Compartir
IDA'AMUU (Medemer) (en Oromo)
Abiy Ahmed
(Autor)
·
Tsehai Publishers
· Tapa Blanda
IDA'AMUU (Medemer) (en Oromo) - Ahmed, Abiy
$ 28.51
$ 35.64
Ahorras: $ 7.13
Elige la lista en la que quieres agregar tu producto o crea una nueva lista
✓ Producto agregado correctamente a la lista de deseos.
Ir a Mis ListasSe enviará desde nuestra bodega entre el
Jueves 06 de Junio y el
Viernes 07 de Junio.
Lo recibirás en cualquier lugar de Estados Unidos entre 1 y 3 días hábiles luego del envío.
Reseña del libro "IDA'AMUU (Medemer) (en Oromo)"
IDA'AMUU (Medemer in Afaan Oromo) is the first book by Nobel Peace Prize awardee and Prime Minister of Ethiopia, Abiy Ahmed since he came to power in 2018. In the book, the prime minister advocates for a fresh, Ethiopian-centric approach to the country's politics, citing the past half-century when previous administrations applied successful ideologies and theories from outside of Ethiopia that failed, being alien to Ethiopian problems and realities. Dr. Abiy calls for reversing the trend of importing ideologies for a renewed Ethiopian political ideology that emanates from Ethiopia's social-political context and taps into the country's historical and cultural values.------Kitaabni Ida'amuu badhaafamaa Noobelii nageenyaa kan ta'an Ministirii Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) erga gara aangoo Muummichaa Ministeerummaatti dhufanii kitaaba jalqabaa isaan barreessani dha. Qabiyyeen kitaaba kanaa rakkoo siyaasaa biyya Itoophiyaa furuudhaaf haala qabatamaa biyya keessaa xiinxaluudhaan yaadama yookiin falaasama siyaasaa haaraa biyya keessaa burqisiisuun akka barbaachisa fi murteessaa ta'e akeeka. Yaadamni siyaasaa nuti akkasumatti biyya alaa irraa ergifachaa turre rakkoo siyaas-diinagdee biyya keenyaaf furmaata waaraa akka hin argamsiisne muxannoon nuti akka biyyaatti jaarraa walakkaa oliif qabnu ragaa dha. Sababa kanaaf, rakkoo siyaas-diinagdee biyya Itooophiyaa furuudhaaf, kitaabni Ida'amuu aadaa fi duudhaa biyya keessaa bu'uura godhachuudhaan yaadama yookiin falaasama siyaasaa haaraa biyya Itoophiyaaf tolu kan akeeku dha. Kitaabni kun kutaa afur (4) kan of-keessatti qabate yommuu ta'u, falaasamoota addunyaa irratti yaalaman adda addaa xiinxaluudhaan, muxannoo idil-addunyaa haala qabataamaa biyya keenyaa waliin wal-simatan irratti hundaa'uudhaan yaadama haaraa biyya keessaa burqisiisuun akka barbaachisu akeeka. Kanaaf, kitaabni Ida'amuu, akka kanaan dura biyyaa keenyatti barsiifatame qofaa qofaa keenya fiiguu irra humna, qabeenya, beekumsaa fi dandeetti qabnu mara walitti fiduudhaan dilboo yookiin horata guddaa uummachuu qabna jedhee jajjabeessa.
- 0% (0)
- 0% (0)
- 0% (0)
- 0% (0)
- 0% (0)
Todos los libros de nuestro catálogo son Originales.
El libro está escrito en Oromo .
La encuadernación de esta edición es Tapa Blanda.
✓ Producto agregado correctamente al carro, Ir a Pagar.